Gaazexessonni Sudaan Gamtaa Hundeeffatan

  • VOA

Map of Sudan and region

Gaazexessonni Sudaan gamtaa ooguuma isaanii yeroo jalqabaaf kan hundeessan yoo ta’u, kanneen kanaaf qabsa’aa turaniis kun fonqoolcha mootummaa waraannii gaggeessee booda, kaanfii gaarii bilbisummaa ijaaruuf gargaaru jedhamee jira.

Ooguuma Preesiif jecha waggoota 30 caalaaf kan qabsaa’aa turree sanaaf injifannoo dha jechuun Gaazexessoota keessa tokko kan ta’an Waleed Alnour dubbatanii jiru.Kanas hogganoota gamtaa kanaa filachuuf jecha sa’atilee hedduuf aduu keessa eega turanii booda kana jedhan.

Gamtaan Gaazexessootaa kun miseensoota 1164 kan qabu yoo ta’u, 659 Dilbata kaleessaa argamuun sagalee kennanii jiru.