Raayilaa Odingaa Filannoolee Keeniyaa Sadiirratti Ba’ii Fialnnoo Mormuun Ol Iyyachuun Mo’amuu Fudhachuu Diduu Moo Miti?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Raayilaa Odingaa Filannoolee Keeniyaa Sadiirratti Ba’ii Fialnnoo Mormuun Ol Iyyachuun Mo’amuu Fudhachuu Diduu Moo Miti?

Hogganaan paarti mormitootaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaa bara jireenyaa isaanii keessatti yeroo sadaffadhaaf ba’ii filannoo prezidaantummaa mormuudhaan mana murti muummee biyyattitti ol iyyannoo dhiheeffatan. Qeeqxonni tokko tokko ministirrii muummee duraanii Keniyaa duraanii, Odingaan dhimaa ba’ii filannichaa mana murtiitti geessuu isaanii akka moo’amuu fudhachuu diduuti ilaalu. Ogeessonni seeraa garuu, ol iyyannoon Odingaa haqa qabeessummaa filannoo keenyaa mirkaneesuudhaa fi tasgabi’insaa dimokraasiif qooda murteessaa gumaacha, jedhu.