Gareen Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa Dorgommii Biyyaalessaa Afrikaa CHAN 2023 Irratti Taphachuuf Dabree Jira  

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen Kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa Dorgommii Biyyaalessaa Afrikaa CHAN 2023 Irratti Taphachuuf Dabree Jira

Qophii Ispoortii har’aa wal dorgommii kubbaa miilaa Shaampiyoonaa Biyyaalessaa Afrikaa yokaan CHAN’tti fuuleffata. Gareen Itiyoophiyaa Sambataa dheengaddaa tapha Ruwaandaa waliin taasise goolii Daawwaa Huxxeessoo galcheen moo’ee tapha Amajji dhufu Aljeeriyaa keessatti geggeessamu CHAN 20023’f dabree jira. Waa’ee tapha kanaa ilaalchisuun, gaazexeessaa Ispoortii gameessa tokko dubbisnee jirra.