Dhiittaan Mirga Namomaa fi Hookkarri Naannoolee Addunyaa Maratti Babal’ataa Deeme, Jedha Jaarmayaan Tokkummaa Mootummootaa  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhiittaan Mirga Namomaa fi Hookkarri Naannoolee Addunyaa Maratti Babal’ataa Deeme, Jedha Jaarmayaan Tokkummaa Mootummootaa

Kora 51ffaa Gumii Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa irratti gabaasaan dhihaate ardiilee adunyaa mara keessatti, dhiittaan mirga namoomaa fi hookkarri babal’ataa deeme rifaasisaa tahuu isaa fi rakkoolee kana karaa nagaa furuuf qeenqiin abii jirtu xiqqoo tahuu addeessee jira.