Waaltaan Daawwattootaa fi Kanneen Haleellaa Fulbaana 11 Irraa Hafan Walitt Fide Waggoota 16 Booda Cufame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waaltaan Daawwattootaa fi Kanneen Haleellaa Fulbaana 11 Irraa Hafan Walitt Fide Waggoota 16 Booda Cufame

Dhiibbaan dinagdee weerarri Vaayiresii Koronaa dhaqqabsiise daldalaawwan edduun mgaalaa Niw Yoork keessaa akka cufaman dirqsiise. Kana keessaa tokko Seenaa Yunaayitid Isteetis keessaa boqonnaa addaa kan qabu dha.

Muuziyeemii Yaadannoo Fulbaana 11 jedhamu bara 2006 erga hundeeffamee kaasee, namoota haleellaa sana irraa hafan kumaatamaan lakkaaʼaman namoota biroo wajjin akka wal qunnamanii fi dararaa Fulbaana 11 bara 2001 mudate bira taranii akka jireenya itti fufan carraa kenneeraf.