Fiilmiwwan Afaan Oromootiin Qopheessaman Maaliif Manneen Siniimaa Seenuu Hanqatan?  

Your browser doesn’t support HTML5

Fiilmiwwan Afaan Oromootiin Qopheessaman Maaliif Manneen Siniimaa Seenuu Hanqatan?

Erga jalqabamee waggoota kudhanii ol ka lakkoofsise hojiiwwan fiilmii Afaan Oromoo ammallee manneen Siinimaa Itiyoophiyaa keessatti idileedhaan agarsiisamuu hin dandeenye jedhu - qopheessitoonni fi ogeeyyiin fiilmii Sagaleen Ameerikaa dubbise.

Biqilaa Asfaaw qindeessaa fi qopheessaa ti. Mootummaan fiilmii Afaan Oromoof xiyyeeffannoo kennuu dhabun guddina fiilmii Afaan Oromoo quucarse, jedha. Ogeeyyiin biroo fi dhaggeeffatoonni, akkasumas Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaas gama isaaniin, dhimma kana irratti waan jedhan qabu.