Hongee Godiinoota Borana, Gujii Lixaa fi Baalee Bahaa Mudate

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ongee Booranaa fi Baale Bahaa Muudate

Sababaaa hongee mudateen loon isaanii fi waan qotatan kan dhaban jiraattonni godiina Gujii Booranaa fi Baalee Bahaa , gargaarsii xiqqaan nu kennamee beela keessaa kan nama dandamachiisu miti jedhu.Gama kaaniin immo Biroon qonnaa Oromiyaa waggoota dabran sadii keessatti oomiisha Qamadii guddaa galfachuu isaa fi gara fuula duraatti biyya alaatti erguuf karoora qabaachuu ibsee jira.

Kana ilaalchisee qophii qindaa'ee caqasaa.