Hayyoonni Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa Sarbina MIrga Namoomaa Tigiraay Keessaaf Mootummaa Balaaleffatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Tokkummaa Mootummootaa Dhiittaa Mirgaa Tigraay Keessatti Raawwatame Laalchisee

Mootummaan Itiyoophiyaa bulchiinsa naannoo Tigraay keessatti sarbamiinsa cimaa yakka waraanaa fi yakka dhala namaa irratti raawwatamuu danda’u raawwateera jechuun qorattoonni Tokkummaa Mootummootaa himachaa jiru. Komishiniin Ogeessota Mirga Namoomaa kan TokkummaaMootummootaa waa’ee Itiyoophiyaa qoratan gabaasa isaanii kan jalqabaa Kamisa darbe kaawunsilii Mana Maree Mirgoota Namoomaa Tokkummaa Mootummootaaf dhiyeessee.

Gabaasa Lisas Shilaayiin RSAf Jenevaa irraa ergiite caqasaa.