Koomishiniin Tuuriizimii Oromiyaa Sagantaa Guyyaa Sadii ‘Torban Irreechaa’ Jedhu Jalqabe

Your browser doesn’t support HTML5

Koomishiniin Tuuriizimii Oromiyaa Sagantaa Guyyaa Sadii ‘Torban Irreechaa’ Jedhu Jalqabe

Ayyaana Irreechaa fulbaana 21 fi 22 bara 2015tti kabajamu sababeeffachuun komishiniin Tuurizimii Oromiyaa torban Irreechaa jechuun sagantaawwan adda addaa gaggeessaa akka jiru beeksisee jira.

Daarektarri komunikeeshinii Komishinichaa obbo Ifabaas Abdulwahaab guyyoota sadan kana sagantaaleen adda addaa duudhaa fi aadaa Oromoo beeksisanii fi hawata tuurizimii tahan geggeeffamuuf jiru, jedhan. Tsahaay Daamxoo, Finfinnee irraa gabaasaa qabdi.