Torban Irreechaa Sababeeffachuun Qophiileen Artii fi Og-barruu Adda Addaa Finfinneetti Geggeessaman 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Torban Irreechaa Sababeeffachuun Qophiileen Artii fi Og-barruu Adda Addaa Finfinneetti Geggeessaman

Torban Irreechaa Roobii darbee kaasee magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Haga annaatti feestivaalli Irreechaa, akkasumas qophileen og-baruu kaan magaalaa Finfinne bakka gara garaatti gaggeeeffamaa jiru.

Kamisa kaleessaas Waldaan Faayin Aartii Oromiyaa agarsiisa fakkii ji’a tokkoof turu kan qopheesse yoo tahu, kamisuma galgala ammoo, waarisiisa walaloo, magaalaa Finfinneetti qopheessamee ture.