Hojiin Dargaggoonni Tola-ooltummaaf  Jalqaban Madda Galii Ittiin JIraatan Ta’eef 

Your browser doesn’t support HTML5

Hojiin Dargaggoonni Tola-ooltummaaf  Jalqaban Madda Galii Ittiin JIraatan Ta’eef

Dargaggoonni jireenya ofii fooyyeffachuudhaaf mudannoolee hojii argatan maratti fayyadamanii hojjechuu qaban, jedhu dargaggoonni uffata aadaa Oromoo oomishuutti bobba’anii jiran.

Dargaggoonni kun otuma barnoota barataa jiranii, yeroo haftee argatanitti immoo hojii ogumaa kana hojjechuun maatiilee isaanii gargaaru.

Hojiin isaan duraan akka tola ooltummaatti jalqaban madda galii jireenyaa ta’eefii jira.