Barataan Kutaa 9ffaa Naannoo Jiraatuuf Humna Eletrikii Maddisiise Badhaasame  

Your browser doesn’t support HTML5

Barataan Kutaa 9ffaa Naannoo Jiraatuuf Humna Eletrikii Maddisiise Badhaasame

Adan Huseen barataan kutaa 9 dhiyeenya Baayogaaziirraa humna Elektrikii maddisiisuun baadiyyaatti manneen 36 tajaajila ibsaa akka argatan taasisee jira. Mootummaan naannoo Ormiyaa gochaa dargaggoo kanaaf qarshii kuma dhibba lama kan badhaase.

Adan ammallee qarshii argate kanaan, tajaajila ibsaa kennuu naannoo isaatiif babal’isuu akka fedhu dubbata.