Durbeen Dorgommii Miidhaginaa Tuuriizim Oromiyaa Mo’atte "Miidhaginni Bifa Qaamaa Qofa Miti" Jette

  • Jallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Durbeen Dorgommii Miidhaginaa Tuuriizim Oromiyaa Mo’atte "Miidhaginni Bifa Qaamaa Qofa Miti" Jette

Dorgommii miidhagiinaa Komishiniin Turiizmii Oromiyaa dhiyeenya kana shamarran godinaalee oromiyaa irraa dhihaatan giddutti gaggeesseen Shamarree Haawwii Maatiwoos injifattee, Koomishinara Koomishinichaa, Lalisee Dhugaa irraa badhaasa fudhattee jirti.

Haawwiin godiinaa Qellem Wollaggaa - Gidaamii tti kan dhalattee yoo ta'u umriin ishees 23. Marii Jaallanneen Haawwii waliin taasiste caqasaa.