Waraansi Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti Itti Fufuun Tajaajila Gargaarsa  Namoomaatti Daran Hammeessuun Himame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waraansi Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti Itti Fufuun Tajaajila Gargaarsa Namoomaatti Daran Hammeessuu Dubbata

Yeroo Kaaba Itiyoophiyaatti waraansi itti fufee jirutti, Jaaramayaan gargaarsa namoomaa ka Tokkummaan Mootummotaa waraansichi daran hammaatee itti fufe, gargaarsa dhala-namaa inni Tigiraay keessaatti geggessutti kan danqaa uumee tahuu beeksisee jira.

Mootummaan Itiyoophiyaa immoo kaleessa ibsa baaseen naannoolee Tigiraay to’ate keessatti gagraarsi akka raabsamu ka taasisu tahuu dubbate.