Lolaan Bishaanii Torban  Kana Keessa Naannoo Gambeellaa Mudate Namoota Kuma 75 Ol Manarraa Buqqise, Jedhama   

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Naannoo Gaaambellaa keessatti balaa lolaa torban kana keessa mudateen lakkoofsi namoota qe'ee isaaniirraa buqqaasamanii kuma 75 ol gahuu Mootummaan Naannichaa beeksiseera.