Mariin araaraa mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti Kibxata Afrikaa Kibbaa keessatti jalqabame Dilbata dhufu jechuun Onkoloolessa 30, bara 2022 ka xumuramu tahuu Mootummaan Afrikaa Kibbaa
Waa’ee Marii Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Gidduu Namoonni Sagaleen Dubbise Maal Jedhan?
Your browser doesn’t support HTML5