Waa’ee Marii Araaraa Itiyoophiyaa Deemaa Jiruu Dhalattoonni Biyyattii Awurooppaa Keessa Bakkawwan Adda Addaa Jiraatan Maal Maal Jedhu? 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Marii Araaraa Itiyoophiyaa Deemaa Jiruu Dhalattoonni Biyyattii Awurooppaa Keessa Bakkawwan Adda Addaa Jiraatan Maal Maal Jedhu? 

Marii araaraa Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti Afrikaa Kibbaatti geggeessamu, Dilbata dhufu – jechuun – Onkoloolessa bara 2022 xumurama, jedhamee eegama. Gabaasaan keenya haaraan, Eebbisaa Naggasaa, dhimma marii kana irratti namoota biyyoota Awurooppaa adda addaa keessa jiraatan yaada gaafatee nuuf, Swiidin, Istookoolm irraa nuuf ergee jira.