Hookkarri Siyaasaa Filannoo Yunaayitid Isteetis Torban Dhufuutti Yaaddoo Uumee Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hookkarri siyaasaa filannoo walakkeessaa waliigalaa torban dhufu geggeessamuuf deemutti duumessa aguugee jira.

Hojjetoonni buufataalee filanoo yeroo filannootti miirri how’aan uumamuu mala jedhanii shakkan.

Ka shakkii kana uume ka biraan mana afaan yaa’ii mana-maree biyyattii Naansii Peloosiitti namni seenee hookkara raaw’achuu isaa ti. Prezidaant Baayideenii fi aangawoonni siyaasaa ol’aanoon gochaalee kana balaaleffataa jiran.