Dhibeen Busaa Dhiheenya Dabaluun Bookeen Akaakuu Haaraa Itiyoophiyaa Galuun Wal-qabachuu Malaa?

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhibeen Busaa Dhiheenya Dabaluun Bookeen Akaakuu Haaraa Itiyoophiyaa Galuun Wal-qabachuu Malaa?

Oromiyaa keessatti dhukkubii Busaa dabalaa deemuu kan aangawoonni Biroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisan, torban dabree gabaasnee turre. Dhibeen kun babal’achuun maal irraa akka madde adda baafachuuf Jaallanneen Instituutii Fayyaa Uummataa Itiyophiyaatti qorataa gameessa dhukkuboota daddabroo - Dr. Addunyaa Wayyeesaa, Finfinnee irraa dubbistee jirti.