Maaraatoonii Niwu Yoork Irratti Atileetonni Keeniyaa Tokkoffaa Itiyoophiyaan Dhiiraan Lammaffaa Dubartiin Sadaffaa Baate  

Atileetii Keeniyaa Ivaansi Chabeet, iiw Yoorki, Sadaasa 6 Nov. 2022.

Maaraatoonii Niwu Yoork Irratti Atileetonni Keeniyaa, Ivaansi Chabeet ka dhiirtoota,Shaaroon Lookeedii ka dubartootaa tokkoffaa bahuun injifatan.

Your browser doesn’t support HTML5

Maaraatoonii Niwu Yoork Irratti Atileetonni Keeniyaa Tokkoffaa Itiyoophiyaan Dhiiraan Lammaffaa Dubartiin Sadaffaa Baate

Itiyoophiyaa irraa ka dhiiraa Shuuraa Qixxaataa lammaffaa, ka dubartootaa Gotyiitom Gabre Sillaasee sadaffaa bahanii jiran. Gama biraatiin taphattootaa kubbaa miilaa kilaboota biyyoottan adda addaa gara ka Qaataaritti geggeessaffamu tapha Waancaa Kubbaa Miilaa Adduunyaatti deebi’uuf jiran.