Hawaasa Godina Gujii Lixaa fi Anaa Amaaroo gidduutti Araarri Ta’e

  • VOA

FAAYILII - Magaala Shakkisoo, Gujii

Walitti bu’iinsi naannoo daangaa Godina Gujii Lixaa aanaa Geelaanaa fi godina kibbaa aanaa addaa Amaaroo nagaa dhaan xumuramee walitti dhufeenyi hawaasummaa eegalamuu fi daandiin waggoota jahaaf cufamee ture banamuu isaa jiraattonni VOAf ibsaniiru.

Aangawoonni naannichaa hidhattoota namoota nagaa haleelan irratti tarkaanfii fudhachaa akka jiran beeksisuu dhaan, lammiileen qe'ee isaanii irraa buqqa'an gara qe’ee ofiitti akka deebi'an beeksisaniiru jechuu dhaan Yoonaatan Zebdwos gabaaseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Hawaasa Godina Gujii Lixaa fi Anaa Amaaroo gidduutti Araarri Ta’e