Eenuyu Iyyuu Hojii Itti Bobba’etti Cimee Hojjennaan Ni Milkaa’a

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Eenuyu Iyyuu Hojii Itti Bobba’etti Cimee Hojjennaan Ni Milkaa’a

Aadde Lidiyaa Alemuu hojii dizaayinii mana keessaa fi faashin dizaayinii akkasumas graafiksii akkasumas fi dizaayinii industriyaal hojjtti.

Barnoota injineriingii barachuu isee kan ibsite Liidiyaan barnoota koo hojii aartii waliin wal simsiiseen hojjetaa jira jette. Kampanileen mootummaa fi kan dhuunfaa illee loogoo fi aartiiwwan mana keessa fannifaman adda addaa ajajatanii akka hojjettuuf ibsiteetti.

Amma dhaabbata Gadaa advertising and events jedhu kan waggoota muraasa dura hundeeffamu hojii dura harkaan hojjetaa turte gara digitalitti jijjiiruu dhaan hojjetaa akka jirtu ibsitee jirti.