Baninsa Tapha Waancaa Addunyaa Irratti Haasaan Prezidaantiin FIFA Dhageessisan Mufii Uuumee Jira  

  • VOA

Pirezdaantiin FIFA Giyaanii Infantiio ibsa yeroo kennan, Dohaa, Qataar, Sadaasa 19, 2022

Qophiin Ispoortii har’aa waa’ee haasaan Prezidaantiin FIFA biyyootan Awuroopaa mufachiisuu, waa’ee taphaa jalqabaa Qaataarii fi Ekuwaadoor gidduu, akkasumas waa’ee taphatootaa cicimoo tapha waancaa kanatti hirmaachuu hanqataniitti fuuleffata.

Your browser doesn’t support HTML5

Baninsa Tapha Waancaa Addunyaa Irratti Haasaan Prezidaantiin FIFA Dhageessisan Mufii Uuumee Jira