Haadholii Du’umsa Irratti Du’anii fi Dhala Isaanii Dhabaniif Sababaan Tokko Hanqina Odeeffannoo Tahuun Himame

Ispeeshaalistii Ulfaaf Gadaamessaa, Dr. Hayilee Gammachuu

Du'a haadholii fi daa'immanii hir'isuuf dhaabbileen fayyaa fi ogeessonni odeeffannoo seenaa yaala dubartoota ulfaa sirnaan qabachuu akka qaban Ministeerri Fayyaa Itiyoophiyaa beeksise.

Akka ogeeyyiin fayyaa haasofne jedhanitti du’a haadholii fi daa’immaniitiif sababni guddaan haadholiin gara dhaabbilee fayyaa deemuun kunuunsa fi hordoffii fayyaa sirrii ta’e argachuu dhabuudha jedhan.

Haadholiin Sagaaleen Ameerikaa dubbises sababaalee adda addaatiin yeroo da’umsaa lubbuun haadholii fi daa’immanii akka dabru dubbatu.

Your browser doesn’t support HTML5

Haadholii Du’umsa Irratti Du’anii fi Dhala Isaanii Dhabaniif Sababaan Tokko Hanqina Odeeffannoo Tahuun Himame