Miseensonni Mana-maree Bakka-bu’ootaa Oromiyaarraa Filataman Akka Mootummaan Rakkoo Naannicha Araaraan Furu Gafatan  

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensonni Mana-maree Bakka-bu’ootaa Oromiyaarraa Filataman Akka Mootummaan Rakkoo Naannicha Araaraan Furu Gafatan

Oromiyaarraa Mana Maree bakka bu’oota ummataa ta’anii ka jiran miseensonni hedduun mootummaan akka rakkoo nageenyaa Oromiyaa keessaa araaraan furu gaafataa jiru.

Kabajamoo Obbo Bizu’ayyehu Dagafaa, miseensi paarlaamaa fi qindeessaan garee miseensota gaaffii dhiyeessaa jiranii, “mootummaan rakkolee nageenyaa naannoo Beenishaangul Gumuuz fi Tigraay keessa jiran araaraan furaa jiraachuun isaa gaarii ta’uu eeranii kan naannoo Oromiyaatis bifuma wal fakkaatuun akka furamu gaafatan.

Kanas miseensonni gurmuu kanaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaafatanii deebii eeggacha ka jiran tahuu dubbatuu.