Dargaggoonni Tapha Kubbaa Miillaa Ka Waancaa Addunyaa Daawwachuuf Qaataar Deeman Waa’ee Taphichaa Maal Jedhu?  

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggoonni Tapha Kubbaa Miillaa Ka Waancaa Addunyaa Daawwachuuf Qaataar Deeman Waa’ee Taphichaa Maal Jedhu?

Dargaggoota tapha kubbaa miIlaa kan Waancaa Addunyaa daawwachuuf Dohaa, Qataar jiran lama waa'ee tapha kaleessaa kan Arjantinaa fi Kiroshiyaa akkasumas tapha har'a Morokoo fi Faransaayiin tapahatan ilaalchisee tilmaama isaanii jaallanneen gaafattee jirti.

Dargaggoo Surraa Asfaaw Bantii Miniyaapolis irraa, dargaggoo Boonsaa Akliiluu Xilaahuun ammoo Si’aatil tapha kubbaa miillaa addunyaa daawwachuuf Dohaa deeman.