Angawoonni Mootummaa Feedeeraalaa Wal Waraans Booda Daawwannaaf Maqalee Seenan.

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Angawoonni Mootummaa Feedeeraalaa Wal Waraans Booda Daawwannaaf Maqalee Seena

Qondaaltonni Itiyoophiyaa yeroo waggoota lamaa guutuutf jedhu booda yeroo jalqabaaf magaalaa Mekellee kan galan yoo ta’u, kunis walii galtee nagaa baatii sadaasa keessa hojii irra oluu isaa ilaaluuf akka ta’a Mohammed Yusuuf Naayroobii irraa gabaasee jira. Ibsa waloo Maqalee keessatti kenname ka hordofe immoo Mulugeetaa Atsbahaati, gabaasa lamaan Befeqaaduu tu dhiyeessa.