QOPHII ADDAA: Itoophiyaa, Daandiilee Gara Nagaatti Geessan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qophiin addaa dhimma nageenyaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate "Itoophiyaa, Daandiilee Gara Nagaatti Geessan,"jedhu ji’a Muddee kana Sagalee Ameerikaatin qophaahee ture.

Walitti bu’iinsa waggoottan lamaan darban ta’aa tureen miidhaa hedduun dhaqqabee jira. Namoonni Miiliyoonaan lakkaawaman kan qe’ee buqqa’anii haala suukanneessaa keessa jiranis nama isaaniif gahu fedhu.

Marii "Itoophiyaa, Daandilee gara Nagaatti Geessan" jedhu stuudiyoo Sagalee Ameerikaa keessatti geggeefame irratti kanneen hirmaatan, Muddee 3, 2022, Waashingitan Diisii

Miidhaan qaamaa kan xiinsammuu warri isa mudates kunuunsa fedha. Kanaaf furtuun maraa ‘nageenya’. Walii galteen nagaa dhiyeenyaa abdii haarawa kan uume fakkaata, ta’us itti fufiinsa kan qabu taasisuuf maal barbaachisa ta’a?

Qophiin Marii Daandiilee Nageenyaa Itiyoophiyaas kanarratti hundaayee kan dhiyaatudha.