Erga hidhattoonniifi mootummaa naannichaa jidduutti waliigalteen nagaa mallatteeffamee as naannoo Benishaangul Gumuz keessatti nagaan bu'aa jira jedhan, jiraattotni magaalaa Kaamaashii keessaa hagi tokko.
Your browser doesn’t support HTML5
Gama biraatiin, Paartiin Dimookiraatawaa Booroo (BODEPA) erga hidhattoorni karaa nagaa seenanii kaasee naannoo Benishaangul Gumuz keessatti nageenyi bu'eera jechuun beeksiseera.
Paartichi filannoon waliigalaa bara darbe bakkeewwan naannichaa hedduutti hin adeemsisamnes gaggeeffamuu qaba jechuun waamicha dhiyeesseera.
Waajjirri Boordii Filannoo Naannoo Benishaangul Gumuz, "Sagantaan ammatti filannoo gaggeessuuf qabame hin jiru" jedheera.