Sidaa Dubartoota Waraana Dahomiyiif Dhaabbate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Beeniin keessatti siidaan dubartoota Waraana Dahomeyiif dhaabbate kaampaanii Kooriyaa Kaabaa qoqqobbiin irra godhameen ijaaramuu akka hin oolle ragaa ni mul'isan. Mootummaan Beeninoo garuu haalera. Siidaan kun fiilmii Hooliwuud 'The woman King' jedhamu keessatti agarsiifameera.