Yunaayitid Isteetis Waa’ee Nageenya Giddu-galeessa Bahaatti Akka Cichitee Jirtu Ministarri Dhimma Alaa Biyyattii Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis Waa’ee Nageenya Giddu-galeessa Bahaatti Akka Cichitee Jirtu Ministarri Dhimma Alaa Biyyattii Dubbatan

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis, Antonii Bilinken Dilbataa fi Wixata yeroo Masrii fi Isiraa’eliin daawwatanitti, Yunaayitid waa’ee nageenya giddu-galeessa bahaatiif cicha qabaachuu ishee irra deebi’anii mirkaneessanii jiran.

Yeroo hookkarri naannoo sannaa deebii hammaatee jiruu fi waa’een Niyukulara Iraan yaaddessaa tahee jirutti kana dubbatan – Bilinken.