Nuhaamin Danbal: Dubree Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Fudhatteen Qabxii Ol’aanaa Galmeessiste 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Nuhaamin Danbal: Dubree Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Fudhatteen Qabxii Ol’aanaa Galmeessiste 

Qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaaf bara dabree 2014 kennameen, Barattuu Nuhaamiin Danbal gama shamarraniin qabxii olaanaa galmeessistee jirti. Magaalaa Asallaa keessa kan jiru mana barumsaa dhunfaa sadarkaa duraa fi lammaffaa “Yaadannoo Abbabeech Dagafaa” jedhamee waamamu keessaa barataa kan turte Nuhaamiin, sadarkaa biyyaatis ta’e bulchiinsa naannoo Oromiyaatti shamarraan keessaa qabxii olaanaa 650 galmeesiste. Walii galaan sadarkaa guutuu biyyatti qabxii olaanaa baranaaf galmeeffame 666 ta’uun ibsamee jira.