Jiloonni Biyyoota Addunyaa Lixaa Sudaaniin Daawwatan Akka Biyyattiin Gara Bulchiinsa Siiviliitti Ceetu Kan Gargaaran Tahuu Beeksisan  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Jiloonni Biyyoota Addunyaa Lixaa Sudaaniin Daawwatan Akka Biyyattiin Gara Bulchiinsa Siiviliitti Ceetu Kan Gargaaran Tahuu Beeksisan 

Jiloonni addaa Briteen, Gamtaa Awurppaa, Jarmanii, Noorweyii fi Yunaayitid Isteetis irraa walitti dhufan trban dabre keessa Sudaaniin ka daawwatan yoo tahu biyyattiin gara motummaa siiviliin hogganamuun buluutti akka ceetu kan gargaaran tahuu ibsanii jiran.

Garuu, biyyonni gama Lixaa ka maallaqa gargaarsaa Sudaaniif kennan eega mootummaan Siivilii biyyattii keessatti gad-dhaabbatee booda jedhu.

Yeroo jilli biyyoota Addunyaa gama lixaa Sudaaniin daawwatan sanatti, ministarri dhimma alaa Raashiyaas biyyattii daawwatanii turan.