Diraamaan Aadaa Wal-dhibdee Furuu Calaqqisu Finfinneetti Agarsiisame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Diraamaan Aadaa Wal-dhibdee Furuu Calaqqisu Finfinneetti Agarsiisame  

Itiyoophiyaan waggoota hedduudhaaf rakkoo wal-dhabinsa hawaasaalee gara hookkaraa fi walitti-bu’insa sab-lammootaatti cehe waliin rakkataa jiraatte. Namoonni sab-lammoota guguddoo biyyattii lameen, Oromoo fi Amaara irraa walitti dhufan dhiheenya diraamaa, sirna aadaa wal-dhabdee furuutti fuuleffate agarsiisanii jiran.