Kooleejiwwan Ameerikaa Seenaan Akka Kan Gurraachotaatti Beekaman Barsiisoota Horachuun Badhaasa Argartan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Feestivaalli Fiilmii Afrikaa Guddichi Bukina Faasoo Keessatti Banamee Jira

Yunaayitid Isteetis keessatti lakkoobsi barsiisota gurraachaa murtaa’aa dha. Barattoonni gurraachota ta’an ennaa barsiistonni gurraachotaa mana barnootaa isaanii keessa barsiisan barumsaaf hamilee akka argatan qorannaan ba’e ni mul’isa.

Kana irraan kan ka’e bara wal waraansa Ameerikaa kan hundeeffame waaltaan barnootaa gurraachotaa yeroo ammaa gara Yuniversitii fi koollejiiwwan seenaadhaan kan gurraachotaa ti jedhamaniitti ol guddatee jira.