Haalli Jireenyaa Itiyoophiyaa Keessa Jiru Maal Fakkaata? Deebii Dhabbanni GALLUP Walitti Qabe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabbanni idilee adduunyaa Waashingitan keessa maadheffate fi GALLUP jedhamu kan yaada namootaa walitti-qabuu erga walwaraansi kaabaa Itiyoophiyaa geggeessamaa ture waliigalteedhaan dhaabatee as “haalli jireenyaa Itiyoophiyaa keessa jiru maal fakkaata?” gaaffii jedhu irratti uummata achi jiru keessaa yaadni walitti qabe akka agarsiisuutti haalli sammuu lammiwwan Itiyoophiyaa waraansa waggaa lamaa sana keessa dabranii gaddisiisaa tahuu agarsiisa.