Warraaqsi Diimokiraasii Uummata Gumuz geggeessitootni koree giddu galeessaa, deggartoonni fi miseensotnni isaa mana hidhaa jiran akka hiikaman mootummaa gaafachaa jira. Komishinarri Poolisii Naannoo Benishaangul Gumuz, Obboo Haruun Umar garuu geggeessitootnii fi miseensotni dhaabatichaa hiikamaniruu, warrin hafanis in hiikamu, jechuudhabn Sagalee Ameerikaatti himan. Gabaasa guutuudhaaf Naakoor Malkaa.