Haatii Lubbuu Haaraa Fiduuf Lubbuu Ofii Dhabuu Hin Qabdu

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Haatii Lubbuu Haaraa Fiduuf Lubbuu Ofii Dhabuu Hin Qabdu

Gabaasni haaraan Tokkummaan Mootummoota fi Baankii Addunyaa irraa bahe akka tilmaametti daqiiqaa lama lamatti dubartiin tokko yeroo ulfaa ykn da’umsaa akka du’an, kunis irra caalaan isaa sababa ittifamuu danda’u irraa kan ka’e ta'u hubachiisee jira.

Keessumaa biyyoota guddataa jiran keessatti Kana hambisuuf maaltu ta'u qaba ? isa jedhuuf Dr. Asaffaa Simee ogeessa waa'ee hormaata, fi waa'ee fayyaa uummataa Yunivarsitii Finfinnee irraa haasoofsiifnee jirra.