Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa kun Filannoon Biyyaalessaa Baatii Waxabajjii Bara 2013tti bakkawwan hedduutti hin geggeessamiin hafe amma waan haalli nageenyaa fooyya'eef akka geggeessamu qaba, jechuun gaafate.
Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaatti, Waajjirri naannoo Benishaangul Gumuz immoo gaaffiin kun haga ammaatti akka waajira isaatti hin dhihaatiin himee, ammatti filannoof karoorri bahe hin jiru jedhe.
Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Benishaangul Gumuz, Naannicha keessatti Akka Filannoon Geggeessamu Gaafate
Your browser doesn’t support HTML5