Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Yoo Aangoo Gad-lakkisuuf Yaada Qabu Tahe Gaafataman

Your browser doesn’t support HTML5

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Yoo Aangoo Gad-lakkisuuf Yaada Qabu Tahe Gaafataman

Yaa’ii Mana-maree Bakka-bu’oootaa Itiyoophiyaa kaleessa geggeessame irratti adda addaa tu dhimmoota garaa garaa irratti miseensota manicha mare irraa Muummicha Ministiraa Itoophiyaa Abiyyi Ahimadiif dhihaate.

Kanneen keessaa tokko, aangoo gad-lakkisuuf yaada qabaachuu isaanii ka gaafatu ture. Aangoo gad-lakkisuun yoo gaafatame isaan qofa otuu hin taane, kan gaaffii sana dhiheessan aangawaa mootumichaa dabalatee qaamota mootummaa isaanii tahuu akka qabu, ka dubbatan Muummichi-ministaraa Abiyyi, aangoon kan uummataa akka tahee fi filannoon geggeessamuuf akka yeroo hafee jiru eeran.