Baatiin keessa jirru Bitooteessi baatii dubartonnii fi hojiin isaanii itti kabajamuu dha. Keessummaan keenya har'a Aaddee Makkiyyaa Maamiyoo jedhamu, Finfinnee irra. Hojii adda addaa isaan waggoota dheeraa hojjetaa dabarsan, qormaataa fi milkaahina isaanii ilaalchisuun dubbisnee jirra.
Dubartii Ulfa Garaatti Baattee Ciniinsuu Hamaa Keessa Dabartu Caalaa Namni Jabaan hin Jiru: Aadde Makkiyyaa Maamiyoo
Your browser doesn’t support HTML5