Lammiiwwan Sudaan Kibbaa Waraqaa r Ragaa Hin Qabaanne Hedduun Sudaan Keessa Jiraachuun Gabaafame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiiwwan Sudaan Kibbaa Waraqaa r Ragaa Hin Qabaanne Hedduun Sudaan Keessa Jiraachuun Gabaafame

Sudaan Kibbaa Sudaan irraa erga addaan baatee waggoota 10 ol booda, lammiileen Sudaan Kibbaa hanga miliyoona 1.2 ta’an lammummaa biyya lamaanuu malee Sudaan keessa jiraachuu akka danda’an ejensiin baqattootaa U.N. ibseera. Gabaasa magaalaa guddoo Sudaan Kaartuum irraa dhufe kana keessatti, rippoortarri Heenrii Wiilkins namoota waraqaa eenyummaa hin qabne waliin wal arguun hojii, barnootaa fi kunuunsa fayyaa argachuuf rakkoo akka qaban hubateera