Humnootiin Waloo Kan Nageenyaa fi Odeeffannoo Tikaa Itiyoophiyaa Kaleessa Ibsa Baasee Jira

  • VOA

Humnootiin Waloo kan Nageenyaa fi Odeeffannoo Tikaa Itiyoophiyaa garee dhoksaa'' qondaaltota mootummaa gameeyyii irratti haleellaa raawwachuuf qophaa'aa jiru jechuun himate.

Ibsa kaleessa baaseen, barsiisonni, abbootiin qabeenyaa miidiyaalee, fi roogeeyyiin "bulchiinsa naannoo Amaaraa fi naannolee biroo keessa jiraatan"akkasumas magaalaa galma mootummaa taatee Finfinnee keessa ta'uu ibseera jechuun Keeneedii Abaatee gabaasee jira.