Baqattoonni Tigraay Kanneen Sudaan Keessaa Firoottan Isaanii Badan Barbaadaa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattoonni Tigraay Kanneen Sudaan Keessaa Firoottan Isaanii Badan Barbaadaa Jiran

Wal waraansi Itiyoophiyaa keessaa xumuramaa ennaa jiru kanatti naannoo Tigraay keessatti quunnamtiin adda cituu waliin wal qabatee Fannoo Diimaan maatiiwwan gara Sudaanitti baqatan firoottan isaanii walitti bu’iinsa sana jalaa dheessuu dadhaban akka argatan gargaaraa jira. Odu gabaasaan VOA Henrii Wilkins nama maatii isaa akkaan barbaadu tokko waliin wal arguun gabaas itti aanu qindeessee jira.