Oguma Uumaan Namaa Kenname Abbaatu Kunuunsee Guddifata: Aartisti Nagaa Abboomaa

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Oguma Uumaan Namaa Kenname Abbaatu Kunuunsee Guddifata: Aartisti Nagaa Abboomaa

Keessummaan keenya har’aa Nagaa Abbomaa jedhama. dargaggeessa dandeettii fakkii kaasuu qabu yoo ta’u, barnoota injinariingii baratus oguma fakkii kaasuu filate.

Fakkiiwwan hedduu kan of harkaa qabu yoo ta’u gara fuula duraatti kuusaa fakkiiwwanii uummatee mana barnootaa aartii gama kanaan jiruu illee gama marsariitiin itti fufuuf karoorfachuu isaa dubbata. Hojii aartii kanatti attamiin akka dhufe ibsee jira