Warraaqsi Uummata Prezidaant Omar Al Bishir Taayitaarraa Buusuuf Sababaa Tahe Ammallee Akeeka Isaa Hin Guuttanne  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Warraaqsi Uummata Prezidaant Omar Al Bishir Taayitaarraa Buusuuf Sababaa Tahe Ammallee Akeeka Isaa Hin Guuttanne  

Ebilli 11, Waggaa afuraffaa fincilli uummataa akka waraanni biyyattii Prezidaant Omar Al Bashir akka taayitaa irraa buusu taasise tahus, ammallee hawwiin mootummaa kan humna waraanaa hin ta’iin yokaan siivilii biyyattii keessatti hundeessuu ammallee hin milkoofne.

Sochiin tumsa dimookiraasii biyyattii keessaa ammallee humna waraanaa taayitaa qabatee jiru waliin wal-falmiitti jira.