Dhukkuuba Gogaa Namaa Miidhu 

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuub leeshmeniyaasiis jedhamu keessaa tokko kan ta'e Kaalaazaar ilaalchisee gaaffii fi deebii kutaa 1ffaa Kamiisa dabree dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Gosa dhukkuuba leeshmeniyaasiis kan ta'e Kutaaniyas leeshmeniyaasiis ilaalchisee Dhaabbatta Fayyaa Uummataa kan Itiyoophiyaa keessatti, qorannoo dhukkuuboota sadii irratti gaggeeffamuuf daayreekteeraa fi hogganaa qorannaa kan ta'an, Dr. Garramuu Xaaseew Gumaa ibsa nu kennaii jiru.