Mootummaan Federaalaa fi Humnoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay wal Waraansa Waggoottan lamaa tii booda waliigalteee erga taasisan gad-jabeessuu irratti walii-galuun, beekamtii waliif kennaa jiran. Deemsa hojiirra oolfama araarichaa fi beekamtii waliif kennuu tibbana geggeessame irratti ogeessa siyaasaa tokkoo dubbisnee jirra.
Walii-galteen Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Gidduutti Taasisame Hangam Lafa Qabataa Jira?
Your browser doesn’t support HTML5