Carraa Barnootaa fi Hojii Argattaniin Barattoota Saba Keessaa Bahan Yaadatan

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Carraa Barnootaa fi Hojii Argattaniin Barattoota Saba Keessaa Bahan Yaadatan

Barattonni Yunivarsitii Minisootaa kan Mooraa Duluut, Hawaasa baadiyyaa Keniyaa keessatti bishaan qulqulluu dhabanii rakkatan gargaaruuf hojjataa jiran.

Barattoota kana keessaa barataaa baruumsa eleektrikaal Injinariing kan ta'ee fi torban lama keessatti eebbifamuuf ka jiru Yohaannis Mikaa'eel Hundeessaa tokko.

Dhaabata tola ooltummaa Enginneers without border jedhamu waliin Yunivarsitiin isaanii hojjataa akka jiru Yohannis ibsee jira. Jaallanneetu haasoofsiise.