Biyya Hindii Keessatti Dubartoota Aangessuuf Jecha Taayitaan Gandeenii Sadii Keessaa Harki Tokko Dubartootaaf Dhiifamaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Biyya Hindii Keessatti Dubartoota Aangessuuf Jecha Taayitaan Gandeenii Sadii Keessaa Harki Tokko Dubartootaaf Dhiifamaa Jira

Biyya Hindii keessatti manneen-maree bulchiisa gandootaa kuma kurnaan lakkaawamanm dubarootaan hoogganamu. Seerri biyyattii taayitaaleen bulchiisota gandeenii sadii keessaa harki tokko akka dubartootaaf kennamu ajaja. Kutaaleen hedduun lakkoofsa sana gara dhibeentaa 50 tii ol butanii jiru. Garuu bulchiisa warra safuutti cichanii aangoon caalaan dhiirita harka jira.